kuni haala keenya kan keessa jirru

 Kuni Haala keenya kan keessa jirru 😔 

 

Waan yeroo dheertuu gama Rabbii keenya garagallee arkanne yeroo gabaabdu keesatti isarraa garagallee dhabuun 

 Rabbiin Rahmata haa godhuufi jechi #Ibnul qayyim kun nama gallallaalef gahaadha Haalli irraa guddaa keenyaa qabatamaan kana tahuun  #Ayiii  ..... Yaa Allaah Atummaan Sabaata nuuf kenni 🤲

قال ابن القيم : " لو أن عبدا اقبل على

 الله الف سنة , ثم التفت عن الله لحظة واحدة , لكان ما خسر فى هذا اعظم مما حصله فى الالف سنة " 

Imaamu Ibnul Qayyim Rabbiin Rahmati haa godhuufi akkana je'e " Osoo gabrichi tokko gama Rabbiiti waggaa kuma(1000)  gargalee Eegasii yeruma xiqqoo takkaaf Rabbirraa gara gale  wanni inni kasaare/dhabe garagalinsa takkiti tana keesatti waan waggaa kuma(1000) keesatti arkaterraa guddaa taha.


Rabbirra garagaluun qaalii saa godhuun waan inni jaalatu hojjachuu fi kkf 

 Rabbirraa gara galuun immoo waan inni hin jaalanne ma'asiya garaa garaarra bobbohuu fi kkf 


Kheeyrii heddu hojjannee hojjannee guyya tokko ykn waan guyyaa takkoow hin guunne keesatti keyrii teenya damaara if jalaa goona  

#yaa Allaah Kunoo Haalli keenya akkuma atuu gartu akkuma atuu beytu kanaa atummaan Rahmata nuuf godhi😔 akka booddeen teenya hongoo hin taane 🤲 

sagantaa Raadiyoo MB

تعليقات

إرسال تعليق

Raadiyoo MB

Hidda laatiinsa oromoo

RMB

Bishaan

Naamusa hirriibaa

yeroo jettu