RMB

Raadiyoo madda beekumsaa RMB Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakatuh Kabajamtootaa fi hordiftoota maatii Raadiyoo MB Baga nagayaan gara appilcation RMB dhuftan Isiniin jachaa Appilcation kana Warra hin qabneen gahuu hin dagatinaa Appilcation kun Akka lakkoofsa oromootti Hagayya 4_6414 ALO Hagayya 4_2020 ALH hagayya 2012 Kan qophaawe yoo tahu Kaayyoon appilcation kanaa Hawaasa afaan oromoo dubbatu hunda Afaan isaatiin boharsaa barsiisuudha Qopheeysaan appilcation kanaa Obboleeysa keysan ustaaz gammachuu mahammad Twysoon baha oromiyaa Dadar kaarra makkalaati Warreen yaada keysan nuuf qooduu barbaaddan Toora lakkoofaa bilbilaa studio Raadiyoo MB tiin nuqunnamaa yaada kweysan nuuf qoodaa Lakkoofsu bilbilaa=+251938050886 Gmail keenya Raadiyooifaa@gmail.com Marsaritiin keenya https://ifaacom.wordpress.com https://ifaaislaamaa.blogspot.com https://ifaacom.business.site https://gammachuu.business.site https://ifaa.com https://facebook.com/'.raadiyooifaaislaamaa/ Raadiyoon madda beekumsaa Inshaa allaah Bakka guddaa geysi jenneeti yaannaa Raadiyoo madda beekumsaa Hagayya 2020 Hagayya 6414 ALG

تعليقات

Raadiyoo MB

Hidda laatiinsa oromoo

Bishaan

Naamusa hirriibaa

yeroo jettu

kuni haala keenya kan keessa jirru