Hidda laatiinsa oromoo

hidda laatiinsa oromoo fi hortee oromoo HORTEE ILMAAN OROMOO HANGA TOKKO oromon ilmaan 2 dhale 1 boorana 2 bareento BOORANNI 12 DHALE 1daacee 2callabbaa 3garrii 4 gurraa 5 girirraa 6 gaaree 7wallagga 8 goofaa 9 sidaamaa 10 arii 11 naayroobii 12 gujii BAREENTOO 5 DHALE 1 karrayyu 2 xummuugaa 3 murawwaa 4 qallo 5 hunbanna KARRAYYU 2 DHALE 1 DULLACHA 2 BAASOO DULLACHI 6 DHALE 1 Dayyuu 2 Abbaadhoo 3 Hawaas 4 Galaan 5 Mulaataa 6 Gurraacha BAASOON 6 DHALE 1 Dhaasuu 2 Abrii 3 Koyye 4 Dorannii 5 Daga 6 Barree 😨Karaa karaa.biraatiin Karrayyuun Barentuu Ilmaan 12 dhale 1-Dullachaa 2-Abbichuu 3-Gonbichuu 4-Sayyuu 5-Oboo 6-Oborii 7-Jiillee 8-Bullaalla 9-Mucee 10-Galaan 11-Salaalee 12-Wallo Akkuma olitti ibsuuf yaalametti Oromoon Karrayyuu Baasoo fi Dullacha jedhamee bakka lamatti qoodama. Haala kanaan odeeffannoo maanguddota karrayyuu akka ibsutti, Dayyuu,Tootayyaa, Abbaadhoo, Hawaasoo fi Boddaa “Shanan Dayyuu” jedhamanii of moggaasuun gurmaa‟an. Dayyuun Dullachaa keessa hangafadha. Akkasumas Galaan, Mulaataa fi Gurraachoo kan jedhaman immoo “Booxa Sadeen” jedhanii of moggaasuun gurmaa‟u. Shanan Dayyuu 1 Dayyuu 2 Tootayyaa 3 Abaadhoo 4 Bodda 5 Hawaaso BOOXEE SADEEN 1 Mulaataa 2 Gurraachoo 3 Galaan Inni itti aanu Baasoo ta‟a. Gosti Baasoo haala asiin gadiitti dhiyaateera. 1 Torban Iluu 2 Saddeettan Daadhi 3 Salgan Galaan XUMMUUGAAN 3 DHALE 1 arsii 2 asoosaa 3 asaasaa ARSIIN 3 DHALE 1 sirkoo 2 mandoo 3 dooranii Sikko 5 dhale 1-Bullaalla 2-Wucaale 3-wooji 4-Jaawwi 5-Ilaannii Mando 7 dhale 1-Raayituu (Raa’idoo) 2-Hawaxxuu 3-Karaara 4-karrayyuu 5-Meettaa 6-Arroojii 7-Garjeeda Arsiin, 2 dhalee 1,sikkoo 2,mandoo Sikkoo,5 dhalee 1,buullaalla 2,wucaalee 3,wooji 4,jaawwii 5,llaannii Mandi,,7 dhalee 1,raayituu(raa'idoo) 2,hawaxxuu 3,karaara 4,karrayyuu 5,meettaa 6,arroojii 7,garjeeda Akkichuu.. oborraa ilma,2, dhalee 1,dhaayii 2,biliidaa Dhaayii 3,dhalee 1,dukkoo 2,kooyee 3,allaatayya Billiidaan, 3 dhalee 1,godaana 2,busaa 3,allaa Gujiin boorana 3 dhalee 1,hookkuu 2,Uraagaa 3,matii.. maatii Hookkuun 7dhalee 1,galalchaa 2,oborraa 3,michillee 4,heeraa 5,bundhituu 6,kinnoo 7,baallaa Uraaggaan 6 dhalee 1,goolloo 2,hallaa"oo 3,Agantuu 4,daraartuu 5,sarboortuu 6,waajituu Maatiin 3 dhalee 1,hirqaantuu 2,linsoolee 3,hundee MURAWWAA 1 DHALE 1 ituu ITUUN 10 DHALE 1 baabbo 2 gaadullaa 3 arroojjii 4 waayyee 5 addooyyee 6 gaamoo 7 algaa 8 galaan 9 qaalluu 10 baayyee HUNBANNAA 1 DHALE 1 anniyya ANNIYYA 2 DHALE 1 sadacha 2 kudheelle SADACHA 3 DHALE 1 baabbo 2 macha 3 malkaa KHUDHEELLE 4 DHALE 1 danbee 2 biduu 3 annaa 4 kooyyee QALLO 4 DHALE 1 daga 2 ala 3 baabbile 4 oborraa DAGAA QALLOO 3 DHALE 1 noolee 2 jaarsoo 3 huume NOOLEEN 3 DHALE 1 haleele 2 mucha 3 oromo JAARSOON 6 DHALE 1 oromo 2 walaabu 3 dawwaroo 4 dhanqa 5 sayyoo 6 ooga OOGA ___dhale WARRI SAYYOO 3 DHALE 1 jaarsoo 2 hiraab 3 ismaa'il WALAABU 3 DHALE 1 imar 2 usmaan 3 baalad IMAR 8 DHALE 1=maammo 2=guuyyama 3=jibraayiloo 4=urubuttuu 5= 6= 7= 8= MAAMMO______DHALE 1=konbolchaa 2=saantalla 3=hiraab 4=warra haroo 5 USMAAN 2 DHALE 1 kuyyu 2 gurraacha DHANQA 2 DHALE 1 yaayyaa guyyaa 2 yaayyaa lagaa YAAYYAA GUYYAA 4 DHALE 1 kaakoo 2 doddotaa 3 warra mahammad 4 warra daawwee YAAYYAA LAGAA 3 DHALE 1 faafam 2 warra idaal 3 warra abdallaa DAWWAROON 4 DHALE 1 booroo 2 bonbe 3 botor 4 heeban OROMO 2 DHALE 1 xiyyo 2 maammo ALA 12 DHALE Huume 12 1duudaa 2 onaayaa 3 guyyee 4 alii 5 busaa 6 ibsoo 7 oboo 8 dhangaa 9 warra daay 10 asaboo 11 sirgaalaa 12 badii Ala 12 dhale 1 abbaadho 2 abbaayyi 3 guttayyu 4 arroojjii 5 goolloo 6 ere 7 nuunnu 8 galaan 9 kaako 10 meettaa 11 buubbu 12 diiramu BAABBILE 4 DHALE 1 arreellee 2 heeban 3 hawwiyyaa 4 giri AREELEEN 2 DHALE 1 dooyyoo 2 haa galoo HAAGALOON 8 DHALE 1 maayaa 2 alii 3 uumaan 4 bonayya 5 dooranii 6 haa galo 7 tudhe 8 ma'iyyii OBORRAAN 4 DHALE 1 daga 2 akkichuu 3 billi 4 dooranii DAGA 4 DHALE 1 yaasaa 2 dooranii 3 manqaadha 4 ----- Akkichuu Oborraa ilma 2 dhale 1-Dhaayi 2-Biliidaa Dhaayi 3 dhale 1-Dukk

تعليقات

Raadiyoo MB

RMB

Bishaan

Naamusa hirriibaa

yeroo jettu

kuni haala keenya kan keessa jirru