RMB_SALAWAATA

 🌷SALAWAATA🌷


Irra caalaan zikrii halkan jummaa fii guyyaa jummataa salawaata.


* Nabiin ﷺ akkana jedhan:

Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 Isarratti buusa, cubbuu 10 irraa haqa, sadarka 10 Isaaf ol fuudha.


Akkauma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa. 


"Ergamaan Rabbiiﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe.. 


San keessatti warri wal-dorgomu wal haa dorgamu


شمس الخميس اذ تغيب زد فى الصلاة على الحبيب ﷺ 

قال ﷺ :(أكثروا علي من الصلاة ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة علي).


وفي ذالك فليتنافس المتنافسون


Sallallaahu Aleeyhi wassallam

MB dhihana qalbii

تعليقات

Raadiyoo MB

Hidda laatiinsa oromoo

RMB

Bishaan

Naamusa hirriibaa

yeroo jettu

kuni haala keenya kan keessa jirru