RMB-Ergaa onneerraa burqe

Ergaa Onneerraa burqe ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Irraa fagaadhu Gonkuma Ofiifis hin tehin Maal ❓ 👉khaan bira khaan(fuulqiyyee) Dhuga gaafiin sitti uumamuun maal jechuudha jettee. Akka ati beytuttiis siifin hima kunoo #Fuul-lamee Hin tehin Fuul-lamee ammaas irra deebi'eetin siin ja'aa hin te'in #Fuulqiyyee jechuun nama yeroo kana bira dhufes kanuma tahu yeroo kaan bira dhaqes kaan tahu yoo Addawii tee bira dhaqe Addawuma tee sanii waliin inninis Addawwii tee taha Yoo fira kee bira dhaqes firuma kee san taha Amaloota namoonni akkanaa qaban keessaa inni akka hangafaatti laalamu 👉 yeroo waliin tessu jalqaba ofumaaf waahe namaa kaasani akkas siin ja'an "bar arra ifuufu abaluu san waan innu ja'uun laala je'iitin waahee keeti bira dubadhe nama seete bar gubbumaan nama si fadhu fakkaata malee" je'eeti akkana siin je'ee akkas siin je'ee jechuun ga sii diddiiga kijibaafi dhugaa jeddu #Hubadhu kan amma sibira taa'e kana mara of kessaa ga diigu kun barumtaa namuma arra akkana siin je'e ja'u kana bira dhaqeeti akkuma kaleessa je'ee siif wahee nama sanii odeese atis fakkatuma sanii siin ja'a. ..... .... Kana isinuu ni beektan nama haasawa saatif wantoota akkanaatin banininsa godhu gonkuma wajjiin kessa hin kutin itti hin ida'atin yoo of qabuu hin dandeenye ke'ii biraa deem Keessattuu zamana kana namni Akkanaa kun akkaan bayyatee jira namni nagaa ni takkata akka ofitti sin daballe of eeggannoo cimaa godhi warra dachii faale kanarraa hin tehin Isaanis saahiba hin godhatin Ergamaa Rabbii SAW Hadiisa Bukhaarin gabaase kessati #irra hamaan/badaan nama fuulqiyyeedha jechuun dubbatan. Si gabaa ‼️

تعليقات

Raadiyoo MB

Hidda laatiinsa oromoo

RMB

Bishaan

Naamusa hirriibaa

yeroo jettu

kuni haala keenya kan keessa jirru