المشاركات

RMB

Raadiyoo madda beekumsaa RMB Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakatuh Kabajamtootaa fi hordiftoota maatii Raadiyoo MB Baga nagayaan gara appilcation RMB dhuftan Isiniin jachaa Appilcation kana Warra hin qabneen gahuu hin dagatinaa Appilcation kun Akka lakkoofsa oromootti Hagayya 4_6414 ALO Hagayya 4_2020 ALH hagayya 2012 Kan qophaawe yoo tahu Kaayyoon appilcation kanaa Hawaasa afaan oromoo dubbatu hunda Afaan isaatiin boharsaa barsiisuudha Qopheeysaan appilcation kanaa Obboleeysa keysan ustaaz gammachuu mahammad Twysoon baha oromiyaa Dadar kaarra makkalaati Warreen yaada keysan nuuf qooduu barbaaddan Toora lakkoofaa bilbilaa studio Raadiyoo MB tiin nuqunnamaa yaada kweysan nuuf qoodaa Lakkoofsu bilbilaa=+251938050886 Gmail keenya Raadiyooifaa@gmail.com Marsaritiin keenya https://ifaacom.wordpress.com https://ifaaislaamaa.blogspot.com https://ifaacom.business.site https://gammachuu.business.site https://ifaa.com https://facebook.com/'.raadiyooifaaislaamaa/ Raadiyoon m

Muhaadaraa magaalaa harar masjiida arattanyaa irratti nashiidaa ustaaz g...

صورة

Ustaaz gammachuu mhammad muhaadaraa fajrulislaam

صورة

Hidda laatiinsa oromoo

hidda laatiinsa oromoo fi hortee oromoo HORTEE ILMAAN OROMOO HANGA TOKKO oromon ilmaan 2 dhale 1 boorana 2 bareento BOORANNI 12 DHALE 1daacee 2callabbaa 3garrii 4 gurraa 5 girirraa 6 gaaree 7wallagga 8 goofaa 9 sidaamaa 10 arii 11 naayroobii 12 gujii BAREENTOO 5 DHALE 1 karrayyu 2 xummuugaa 3 murawwaa 4 qallo 5 hunbanna KARRAYYU 2 DHALE 1 DULLACHA 2 BAASOO DULLACHI 6 DHALE 1 Dayyuu 2 Abbaadhoo 3 Hawaas 4 Galaan 5 Mulaataa 6 Gurraacha BAASOON 6 DHALE 1 Dhaasuu 2 Abrii 3 Koyye 4 Dorannii 5 Daga 6 Barree 😨Karaa karaa.biraatiin Karrayyuun Barentuu Ilmaan 12 dhale 1-Dullachaa 2-Abbichuu 3-Gonbichuu 4-Sayyuu 5-Oboo 6-Oborii 7-Jiillee 8-Bullaalla 9-Mucee 10-Galaan 11-Salaalee 12-Wallo Akkuma olitti ibsuuf yaalametti Oromoon Karrayyuu Baasoo fi Dullacha jedhamee bakka lamatti qoodama. Haala kanaan odeeffannoo maanguddota karrayyuu akka ibsutti, Dayyuu,Tootayyaa, Abbaadhoo, Hawaasoo fi Boddaa “Shanan Dayyuu” jedhamanii of moggaasuun gurmaa‟an. Dayyuun Dullachaa keessa hangafad

Gammachuu tube

Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh https://youtu.be/ZNaS3P1GTek #channel kiyya kana #subscribe godhi Obboleeysa kiyya obboleeytii tiyya hancufti ida'aa galaanaatii ja'anii miree Saniifuu mee hanganumaan na gargaari Galatoomi

Gammachuu mahammad

https://youtu.be/PWAZhJmmqtE

Ahkaamota raadiyoo mb irraa

AĤKAAMOTA XAHAARAA FI BISHAANII Ŝalaanni arkaana Islaamaa keessaa shahaadatayniitti (ragummaa lammanitti)1 aanee ruknii (utubaa) lammaffaati. Isiin muslimaa fi kaafira kan addaan baaftuudha. Isiin utubaa Islaamaati; kan namni waan hunda dura irraa qoratamuudha; yoo isiin sirrii taatee fudhatama argatte hojiileen isaa kan biraas fudhatama argatu; yoo isiin fudhatama dhabdee deebifamte hojiileen isaa kan biraas ni deebifamu. Namichi salaatu najisaa fi ĥadatha irraa yoo qulqullaahe malee ŝalaanni isaa waan sirrii hin taaneef jecha waan isii dursanii hojjattan dursanii ilaaluun barbaachisaa ta’a. Kanneen keessaayis inni tokko xahaaraa yoo ta’u, isiinis furtuu ŝalaataati. Xahaaraan ulaagaalee (shuruuxa) ŝalaataa keessaa isa jabaadha. Ulaagaan waan tokkoo immoo waan san dura bu’ee argamuu qaba. Hiika Xahaaraa Akka qooqaatti xahaaraa jechuun xurii qaamaa fi sammuu irraa qulqullaahuu jechuudha. 1 Shahaadataynii (ragummaa lamman) jechuun Rabbiin male (kan dhugaan waaqeffata

Bishaan

Bu’uura Bishaanii Bishaan wanti biraa odoo itti hin makatin uumama isaa irra kan jiru yoo ta’e walii-galtee ulamoota hundaatiin (ijmaa’âan) xahuura1 jedhama. Bu’uurri bishaanii kana. Haala isaa sadeen keessaa – foolii, dhandhama, yookiin bifa isaa keessaa tokko yoo waan najisa ta’een jijjiirame bishaanichi ijmaa’âan najisa. Wanti xahaaraa (qulqulluu) ta’e kan akka baala mukaa, saamunaa, qurquraa, yookiin kkf itti makamee yoo jijjiirame, wanti itti 1 Xahuura jechuun bishaan ofiifis qulqulluu ta’ee waan biraas qulqulleessuu kan danda’u jechuudha. � makame sun baay’ina isaa irraa kan ka’e bishaanummaa isaa yoo hin jijjiirin gariin ulamootaa yaada addaa kan qaban ta’ullee yaada irra sirrii ta’een bishaanichi xahuura. Bishaanichaan ĥadatha irraayis ta’e najisa irraa of qulqulleessuun ni danda’ama. Kanaaf jechas bishaan lamatti qoodama jenna:- Tokkoffaan:- xahuura. Kan waa qulqulleessuu danda’u. Innis kan waan najisa ta’een hin jijjiiramin, yookiin waan xahaaraa (qulqulluu

Abdosh_Aliyyii_Namni Yaada Hamaa Harsamaan Sagada

Ustaaz abdoosh aliyyii mee daawwadhaa raadiyoo. Mb irraa src="https://www.youtube.com/embed/6exWOj4BBJo" frameborde

Naamusa hirriibaa

Sagantaa barruun dhiyaatte Naamusa hirriibaa MB 1ffaa:👉 Yeroo Rafuu barbaadde osoo hin rafin dura akka yeroo salaatuuf wuduu'a godhattuu sanitti wadda'adhu (dhiqadhuu rafi). maaliif yoo jette? Maaltu beeka tarii achumaan du'utu mala, yoo duute immoo haala xahaaraa qabduun du'uu wayya !!!. 2ffaa:👉 Towbaa heddummeessi galatas Rabbiif galchi du'aayiis qara'i. 3ffaa:👉 Aayata kursii fi Suuratu An-Naas akkasuma Suuratu Al-Falaq ammas Suuratu Al-Ikhlaasii fi kan kana fakkaatu ufitti qara'ii du'aayiis godhadhuu harka keetitti tuttufii qaama kee hunda haxaawadhu. 4ffaa:👉 Siree ykn bakka ciiftu san qajeelatti qulqulleessuu yaali. Akka carraa tahee rammoo fi wanti nama miidhu irra jiraatee osoo ati hin beekne simiidhutu mala. 5ffaa:👉 Harka kankee kan gara mirgaa jiru irratti rafi, garaanis gadi gargaltee hin rafin. Yeroo raftu san onnee teetis qulqulleessi hamtuu irraa. 6ffaa:👉 Hirriba yoo inni siif hin dhufinis dirqamaan itti uf hin cinqin 7ffaa:👉

Abdoosh_Aliyyii_Ani partiin qabu Abbuma fadheehu hin Gargaarsifadhu

صورة
shekh abdoosh aliyyii gorsa bareedaan dhufee jiraa akkana ja'a ani paartii hin qabu tokkoos hin abdadhu ja'aa itti dhiyaadhaa yaada keysan marsaritii teenyarratti nuuf qoodaa

Nashiidaa oromiyaa

صورة
nashiidaavoromiyaa jattu afaan arabaatiin qophooytee qopheeysaan shekh alii shunee

Hilwaa najjaash

صورة
nashiidaa hilwaa najjaash dhaggeeyfadhaa

DSC 1105

صورة
raadiyoo mb daawwadhaa

yeroo jettu

 😊......Yeroo jattu......? Ergamaan Rabbii(Sallallaahu aleeyhi wasallam) yeroo namni tokko "akkana akkana" ja'ee waan takka itti dubbatu gubbaa isaa laaleetuma irraa qeebala yoo kijibanillee hanga Rabbiin wahyii buusee haqa muruu. Umaral Faaruuq(R A) yeroo namni wahi dubbatee "maal maal..."ja'u gubbaa isaa laaleetuma irraa qeebaleeti "Wahuma gubbaarraa nuu mullateen isin qabna silaahuu wahyiin addaan citteeti jirtiitii" jachaanii ture.  Mee akkas hin janneetii ati daa'iifni darreen nafsiyyaa isaatuu injifatuu dadhabe khun maalumaatuu siif taheehi "bar garsiifannaaf akkana godhataa,bar beekkamtii barbaadaaf akkana godhataa,Rabbiif jacha waa himu jira seetee..maal maal" jattee ikhlaasa namaa baraabbartuuf. Moo ati wahyii gaafa Umar sanuu addaan citteetuu amma si bu'u jiramoo?  #Hubadhu :- bar garsiifannaaf akkana ja'aa yeroo namaan jattu bar ikhlaasa hin qabuu jachu jirtaa,bar shirki dalagu jiraa jachaa jirtaa. Ikhlaasa jachuun

kuni haala keenya kan keessa jirru

 Kuni Haala keenya kan keessa jirru 😔    Waan yeroo dheertuu gama Rabbii keenya garagallee arkanne yeroo gabaabdu keesatti isarraa garagallee dhabuun   Rabbiin Rahmata haa godhuufi jechi #Ibnul qayyim kun nama gallallaalef gahaadha Haalli irraa guddaa keenyaa qabatamaan kana tahuun  #Ayiii  ..... Yaa Allaah Atummaan Sabaata nuuf kenni 🤲 قال ابن القيم : " لو أن عبدا اقبل على  الله الف سنة , ثم التفت عن الله لحظة واحدة , لكان ما خسر فى هذا اعظم مما حصله فى الالف سنة "  Imaamu Ibnul Qayyim Rabbiin Rahmati haa godhuufi akkana je'e " Osoo gabrichi tokko gama Rabbiiti waggaa kuma(1000)  gargalee Eegasii yeruma xiqqoo takkaaf Rabbirraa gara gale  wanni inni kasaare/dhabe garagalinsa takkiti tana keesatti waan waggaa kuma(1000) keesatti arkaterraa guddaa taha. Rabbirra garagaluun qaalii saa godhuun waan inni jaalatu hojjachuu fi kkf   Rabbirraa gara galuun immoo waan inni hin jaalanne ma'asiya garaa garaarra bobbohuu fi kkf  Kheeyrii heddu hojjannee hojjannee guyya tok

kaayyoo

 raadiyoon mb madda beekumsa hawaasa muslimaati waan taheef warri beekkumsa rabbiin bira kaayees barnoota akka asirratti dabatsitan isin gaafanna warreen nu deeggaruu barbaaddaniis akka nu deeggartan isin gaafanna galatoomaa

RMB_SALAWAATA

 🌷SALAWAATA🌷 Irra caalaan zikrii halkan jummaa fii guyyaa jummataa salawaata. * Nabiin ﷺ akkana jedhan: Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 Isarratti buusa, cubbuu 10 irraa haqa, sadarka 10 Isaaf ol fuudha. Akkauma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa.  "Ergamaan Rabbiiﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe..  San keessatti warri wal-dorgomu wal haa dorgamu شمس الخميس اذ تغيب زد فى الصلاة على الحبيب ﷺ  قال ﷺ :(أكثروا علي من الصلاة ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة علي). وفي ذالك فليتنافس المتنافسون Sallallaahu Aleeyhi wassallam MB dhihana qalbii

RMB-Ergaa onneerraa burqe

Ergaa Onneerraa burqe ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Irraa fagaadhu Gonkuma Ofiifis hin tehin Maal ❓ 👉khaan bira khaan(fuulqiyyee) Dhuga gaafiin sitti uumamuun maal jechuudha jettee. Akka ati beytuttiis siifin hima kunoo #Fuul-lamee Hin tehin Fuul-lamee ammaas irra deebi'eetin siin ja'aa hin te'in #Fuulqiyyee jechuun nama yeroo kana bira dhufes kanuma tahu yeroo kaan bira dhaqes kaan tahu yoo Addawii tee bira dhaqe Addawuma tee sanii waliin inninis Addawwii tee taha Yoo fira kee bira dhaqes firuma kee san taha Amaloota namoonni akkanaa qaban keessaa inni akka hangafaatti laalamu 👉 yeroo waliin tessu jalqaba ofumaaf waahe namaa kaasani akkas siin ja'an "bar arra ifuufu abaluu san waan innu ja'uun laala je'iitin waahee keeti bira dubadhe nama seete bar gubbumaan nama si fadhu fakkaata malee" je'eeti akkana siin je'ee akkas siin je'ee jechuun ga sii diddiiga kijibaafi dhugaa jeddu #Hubadhu kan amma sibira taa'e kana mara of kessaa ga diigu kun b

raadiyoo mb

 RAADIYOO MADDA BEEKUMSAA RMB